Ministiroonni Alaa Angoolaa, Maalaawwii, Rippaablika Koongoo fi Maadaagaaskar Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) - Ministiroonni Dhimma Alaa Angoolaa, Maalaawwii,Rippaablika Koongoo fi Maadaagaaskaar Walga'ii Idilee 46ffaa Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaarratti…