Hoggansi kuma 49 fi 300 ol sadarkaa Gandaatti ramadamuun ummata tajaajilaa jiru-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Gurmaa’iinsa Gandaa bifa haaraan hojiirra akka oolu taasifameen hoggansi kuma 49 fi 300 ol sadarkaa Gandaatti ramadamuun ummata tajaajilaa jiraachuu…