Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii taa’uu eegale Debela Tadesse Feb 9, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa isaa taa'uu eegaleera. Afyaa'iin Caffee Oromia Aadde Sa'aadaa Abdurraamaan…
Oduu biyya keessaa Hojiilee misooma Koriidarii magaalichaa saffisaan xumuruuf ni hojjetama – Kantibaa Adaanech… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Hojiilee misooma Koriidarii magaalichaa saffisaan xumuruuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta'uu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen beeksisan.…
Ispoortii Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha mana keessaa meetira 800 injifatte Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Atileet Tsiggee Dhugumaan fiigicha mana keessaa meetira 800 Faransaay Magaalaa Meezitti fiigame injifatte. Atileet Tsiggeen fageenyicha daqiiqaa…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa Itti fufaa IMF sagantaa Riifoormii Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaaf taasisuuf gatii ni… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qormaata Diinagdee Gooroo barootaaf ture ce'uuf hojii jiijjiiramaa keenya xiyyeeffannoo cimaa fi abbummaan…
Idil Addunyaa Israa’el hidhamtoota Filisxeem 183 gadi lakkifte Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Hamaas lammiilee Israa'el 3 ugguree ture gadhiisuu hordofee Israa'el lammiilee Filisxeem mana hidhaa turan183 gadi lakkisuu ibsameera. Lammiileen…
Teeknooloojii Poolisiin Federaalaa qorannoo Samuuda sanyii 169 gaggeesse Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Poolisiin Federaalaa baatiiwwan jahan darban qorannoo Samuuda sanyii (DNA)169 gaggeessuu beeksise. Poolisiin Federaalaa Qorannoo Samuuda sanyii…
Oduu biyya keessaa Ejensiin Geejjiba Oromiyaa tajaajila geejjibaa ammayyaa, si’ataa fi dhaqqabamaa taasisuuf… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Ejensiin Geejjiba Oromiyaa tajaajila geejjibaa ammayyaa, si'ataa fi dhaqqabamaa taasisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Buufatni Konkolaattootaa…
Oduu biyya keessaa Daayrektarri Olaantuun IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan fooyyessa diinagdee gooroo Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Daayrektarri Olaantuun Dhaabbata Maallaqa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan fooyyessa diinagdee gooroo mootummaan Itiyoophiyaa hojiirra oolche…
Oduu biyya keessaa Daayrektarri Olaantuun IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan giddugala Haaromsaa fi dagaagina Ogummaa… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Daayrektarri Olaantuun Dhaabbata Maallaqa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan giddugala Haaromsaa fi dagaagina Ogummaa dubartoota Egeree…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Idileen Caffee Oromiyaa boruu eegalee taa’ama Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'a jedhame. Afyaa’iin Caffee…