Oduu biyya keessaa Yaa’ii Idileen Caffee Oromiyaa boruu eegalee taa’ama Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'a jedhame. Afyaa’iin Caffee…
Teeknooloojii Sirni walharkaa fuudhinsa Appilikeeshinii Moobayilaa Caffee Oromiyaa taasifame Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Sirni walharkaa fuudhinsa Appilikeeshinii Moobayilaa Caffee Oromiyaa taasifameera. Appilikeeshiniin moobayilaa kun sirna diimokiraasii dagaagsuun…
Oduu biyya keessaa Duulli garee finxaaleyyii guutummaatti barbadeessuu cimee itti fufa – L/J Shuumaa Abdataa Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Ajajni Komaandoo fi Humna Qilleensaa naannoo Amaaraatti hojii qindoominaan hojjetaniin bu'aa olaanaa galmeessuu Ajajaan Ajaja Komaandoo fi Humna…
Ispoortii Taphoota Laaligaa Ispeeniin taphni har’a Riyaal Maadriid Atileetikoo Maadriid keessummeessu ni… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 23ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Atileetikoo Maadriid keessummeessu ni eegama. Taphni darbii Maadriidi kun har'a…
Oduu biyya keessaa Daayrektarri IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Daayrektarri Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan waayita…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa saba Geede’oo ‘Daraaroon’ kabajamaa jira Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Ayyaana kennaa fi galateeffannaa saba Geede’oo kan ta'e ‘Daraaroon’ kabajamaa jira. Ayyaanichi mata duree ‘Daraaroo Tokkummaa, Misoomaa fi…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Tajaajila Galteewwan qonna qindaa’aa fi Maakaanaayzeeninii Birrii miiliyoona 700 oliin… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Giddugalli Tajaajila Galteewwan qonna qindaa’aa fi Maakaanaayzeeninii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 41 oliin…
Oduu biyya keessaa Garee Poolisii Federaalaa dorgommii ‘SWAT’ irratti hirmaachaa tureef simannaan taasifame Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala1, 2017 (FMC) – Garee deebii saffisaa Poolisii Federaalaa dorgommii ‘SWAT’ irratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’eef Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Piroojektiin Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa magaalota naannichaa deebisanii misoomsurratti kan xiyyeeffateedha. Magaalota naannichaa Miidhagsuu, hojii fi jireenyaa lammiileef mijatoo…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessaa turan 313 gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota keessaa 208 dhiirota, 92…