Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalota Afrikaa xumurame Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Fooramiin Magaalota Afrikaa sanada labsii waadaa Magaalummaa Afrikaa baasuun xumurame. Fooramiin magaalota Afrikaa guyyoota sadan darbaniif Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Wiixata dhufu ifooma jedhame Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qabxiin Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 Qaammee 4,Wiixata dhufu kan ifoomu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Barattoota akka biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiise Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 144’f dhiifama taasiisuu beeksise. Sirreeffamtoota…
Oduu biyya keessaa Baankichi Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Giddugala Kunuunsa Maaguddotaa fi Dhibamtoota Sammuu Meqedooniyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise. Deeggarsichaas…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti Guyyaan Ce’umsaa sagantaalee garaagaraan kabajame Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Guyyaan Ce’umsaa Qaammeen 1, mata duree "Hambaa Cehumsaa, Horata Ifa Haaraaf!" jedhuun Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti sagantaalee garaagaraan kabajameera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa agarsiisa daldalaa fi Baazaariin kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Naannoo Harariitti Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa mata duree ‘Hambaa Ce'umsaa, Horata Ifa Haaraa” jedhuun agarsiisa Daldalaa fi Baazaariin kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa guutuu biyyattitti bobba’uun daangaa biyya isaa kan kabachisee dha-Fiildi Maarshaal… Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Ajajni Bahaa kutaa biyyattii Bahaa keessatti qofa osoo hin taane guutuu biyyattiitti bobba’uun gootummaan daangaa biyya isaa kan kabachiseedha jedhan…
Fayyaa Keellaa fi Buufata Fayyaa babal’isuuf hojjetamaa jira – Biiroo Fayyaa Oromiyaa Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Tajaajilaa fayyaa dhaqqabama taasisuuf Keellaa fi Buufata Fayyaa babal'isuuf hojjetamaa jiraachuu Hogganaa Itti Aanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Sadarkaan milkaa’ina Hidhi Haaromsaa fakkeenyaa hiyyummaarraa gara badhaadhummaatti ce’uuti-Dr. Inj.… Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Sadarkaan milkaa’ina Hidhi Guddicha haaromsaa Itiyoophiyaa fakkeenyaa hiyyummaarraa gara badhaadhummaatti ce’uu ta’uu Ministirri Ministeera Bishaanii fi…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qaammeen1, Guyyaan Ce’umsaa kabajamaa jira Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Qaammeen1, Guyyaan Ce’umsaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. ‘Hambaalee Ce'umsaa, Horata Ifa Haaraa”Qaammee 1, guyyaan…