Seenessa waloo fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf ni hojjetama – Hoggantoota Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) – Seenessa waloo fi tokkummaa sabdaneessaa biyyaalessaa caalmaatti cimsuuf kan hojjetan ta’uu Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa ibsan.…