Oromiyaatti Ayyaanni Cuuphaa duudhaa Amantichaa eeggatee kabajamee xumurameera- KPO
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Ayyaanni Cuuphaa bara 2017 karaa duudhaa Amantichaa eeggateen kabajamee xumuramuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Ayyaanichi…