Jaalalaa fi tokkummaan, guddinaa fi nageenya biyyaaf kan nurraa eegamu bahachuu qabna-Abuna…
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Jaalalaa fi tokkummaan, guddinaa fi nageenya biyyaaf gahee nurraa eegamu bahachuu qabna jechuun Paatiriyaarkin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo…