Pireezidaantoonni Naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantoonni Naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umood…