Oduu biyya keessaa Yaa’iin BRICS 16ffaan Kaazaanitti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 23, 2024 0 Walgahiin cufaan Yaa'ii BRICS 16ffaa mata duree " Hariiroo cimaa gamhedduu Misoomaa fi Nageenya Addunyaa ammaayyaaf’ jedhuun ganama har'aa gaggeeffamerratti Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Algee Saachiitti hojii buna qopheessuu daawwatan Tsehay Guluma Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dhaabbata Kabiree Ilikee Aanaa Algee Saachiitti hojii buna qopheessuurratti bobba’e…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin BRICS 16ffaan Kaazaanitti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Yaa’iin BRICS 16ffaan Raashiyaa magaalaa Kaazaanitti gaggeeffamaa jira. Minsitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli Hoggantootaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Somaaleetti gaggeeffamaa ture xumurame Tsehay Guluma Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Komishiniin Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa waltajjii Ajandaa walitti qabuu Naannoo Somaaleetti Onkololeessa 4, 2017 irra eegalee gaggeessaa ture…
Oduu biyya keessaa Poorchuulgaal damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsite Sifen Megersa Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Ministira Dhimma Alaa fi tumsaa Poorchuugaal Nuunoo Saampaayyoo waliin mari’taniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu hojilee misoomaa garagaraa godina Iluu Abbaa Boor… Sifen Megersa Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojilee misoomaa garagaraa godina Iluu Abbaa Boor daawwachaa jira.…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan sadan darban Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf Birriin miiliyoonni 271 ol walitti… Tsehay Guluma Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Baatiwwan sadan darban Hidha Guddicha Haroomsa Itiyoophiyaaf Birriin miiliyoonni 271 ol walitti qabamuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa torbeen guyyaa 3 gara Moonirooviiyaatti balallii eegaluufi Sifen Megersa Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbeen guyyaa 3 gara Laayibeeriyaa magaalaa Moonirooviiyaatti balallii eegaluuf ta’uu beeksiise. Sadaasa 21,…
Ispoortii Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Baarseloonaan Baayern Muunik waliin taasiisuu… Sifen Megersa Oct 23, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaa guyyaa 2ffaan taphni har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Baarseloonaan Baayern Muunik…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 428’tti tilmaamamu to’ataman Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 428’tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumuruka beeksise. Komishinichi Onkololeessa 1-7, 2017’tti…