Oduu biyya keessaa Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa eegale Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa har’a eegaleera. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni Olaanoon mootummaa biroon…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Godaantota miiliyoona 1.1 ol keessummeessaa jirti-Tajaajilicha Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan godaantota miiliyoona 1.1 ol keessummeessuun tajaajiloota bu’uuraa kennaa jiraachuu Tajaajilli Godantootaa fi Godaansaa Deebitootaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootwoon Ambaasaddaroota biyyoota Noordik waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota Biyyoota Noordik (Noorwey, Siwiidiinii fi Fiinlaandi)…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Kaampaalaa galan Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Addaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ugaandaa Kaampaalaa galaniiru. Pireezidaamti Taayyeen…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Biiroolee Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee… Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Waltajjiin marii Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee 29ffaan magaalaa Jimmaatti taa’amuu eegaleera. Waltajjichi…
Oduu biyya keessaa Buufanni ammayyaa guyyaan dhangala’aa Liitira miiliyoona 30 qulqulleessuu danda’u eebbifame Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Boolee Arraabsaatti Buufata qulqulleessa dhangala’aa guyyaan Bishaan Liitira miiliyoona 30…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Addunyaatti beeksisuuf maqaa gaarii ijaaruun barbaachisaa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa sirriti beekuu fi Addunyaa biraaf beeksisuuf maqaa gaarii biyyaattii ijaaruun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Dhugoomsa Ragaa Raashiyaan Itiyoophiyaaf deeggarsa qamadii taasifte odeeffannoon jedhu dogoggora ta’uun ibsame Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Raashiyaan godaantota Sudaan Kibbaa Gaambeellaatti argamaniif kan oolu, biyyoota garagaraarraa kan walitti qabamee deeggarsa Sagantaan Nyaataa Addunyaaf…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Kaaliifoorniyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 10 gahe Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Balaa Ibiddaa Kaaliifoorniyaatti qabachuun hanga Loos Anjelesitti fulla’een lakkoofsi namoota du’anii 10 gahuu gabaafame. Bubbee cimaan naannawicha jiru…
Oduu biyya keessaa Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti mootummaa… Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)-Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti-mootummaa olaanaa ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…