Taatee eda Kibbaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Samiirratti mul’ate
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Eda galgala naannawaa sa’aatii 1:30 Taateen addaa Kibbaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Samiirratti mul’achuu Waldaan Saayinsii Hawaa Itiyoophiyaa beeksise.…