Oduu biyya keessaa Boqonnaan marii Maree Biyyaalessaa magaalaa Finfinneetti eegale Tsehay Guluma May 29, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa boqonnaa marii magaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaa gaggeessuu eegaleera. . Marii…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Maree Biyyaalessaa Boru boqonnaa marii magaalaa Finfinneetti ni eegala Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Boru boqonnaa marii magaalaa Finfinneetti kan eegalu ta'uu ibseera. Marii guyyoota torbaaf gaggeeffamuun hirmaattoonni…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti dargaggoota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa hambisuu, carraa hojii uumuu fi qaala’iinsa jireenyaa… Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa hambisuu, carraa hojii uumuu fi qaala’iinsa jireenyaa hir’isuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen gargaaraa Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gargaaraa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Qindeessaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa fi Maaddii Guutuun wabii nyaataaf bu’uura – Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa fi Maaddii Guutuun wabii nyaataaf bu’uura ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan ibsaniiru. Naannoo…
Ispoortii Kiristaanoo Roonaaldoon galchii liigii Saa’udii fooyyesse Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Kiristaanoo Roonaaldoon bara kana Liigii Sawudii Piroo keessatti galchii 35 lakkoofsisuun rikkardii haaraa galmeesseera. Roonaaldoon taphoota 31…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sagantaan Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalame Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan sagantaa Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaniiru. Magaalaa Asoosaatti qofa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Awwii Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Godina Awwii marsaa 2ffaaf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera. Dargaggoonni kunneen miseensa…
Oduu biyya keessaa Argisiifnii fi Siimpoziiyeemiin idil addunyaa Caamsaa 22 eegalee Finfinneetti gaggeeffama Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Argisiifnii fi Siimpoziiyeemiin idil addunyaa Caamsaa 22 -24, 2016tti yeroo 2ffaaf Finfinnee Galma Barkumeetti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.…