Oduu biyya keessaa Ajajichi humna raawwachiisummaa hoggantootaa cimsaa jira jedhame Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Daalool dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa cimsaa jiraachuun ibsame. Ajajichi loltoota leenji gahumsa…
Biiznasii Giddugalli leenjii Ajaja Humna Qilleensaa fi Komaandoo loltoota bu’uuraa eebbisiise Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Giddugalli Leenjii Humna Qilleensaa fi Komaandoo Bilaattee loltoota bu’uuraa leenjisaa ture eebbisiiseera. Sirna eebbichaarratti Gorsaa Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Godinichi Buna toonii kuma 200 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Godina Jimmaatti Buna toonii kuma 200 gabaa giddugalaaf dhiheessuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuun ibsame. Qulqulina bunaa eegsisuun haala danda'amu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee duudhaasaa eeggatee xumurameera-A/G Goobana Hoolaa Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee Magaalaa Bishooftuutti karaa duudhaasaa eeggatee fi haala hoo’aa ta’een kabajamee xumuramuu Abbaan Gadaa Tuulaamaa Goobana…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Harsadee karaa duudhaasaa eeggateen kabajamee xumurameera-Poolisii Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee, namoonni kuma Kitilaan lakkaa’aman irratti hirmaatan karaa duudhaasaa eeggateen kabajamee xumuramuu Komishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee fi harsadee milkiin xumuramuun guddummaa Oromoo kan mul’isedha-Pir.… Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Irreechi Hora Finfinneefi Hora Arsadee milkiin xumuramuun guddummaa Oromoo roga hundaan kan mul'iseedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Sirni Irreeffannaa Hora Harsadee gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Abbootiin Gadaa eebbisuun Sirna Irreeffannaa raawwataniiru. Abbootiin Gadaa Sirna mijuu eebbisuu ergaa raawwataniin booda weeddisaa gara malkaa imaluun…
Oduu biyya keessaa Sirni mijuu eebbisuu gaggeeffamuun gara malkaa imalamaa jira Debela Tadesse Oct 6, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2017-(FBC)-Sirni mijuu eebbisuu Abbaa Gadaatiin gaggeeffamuun imalli gara malkaa eegalameera. Sirni mijuu Eebbisuu Abbaan Gadaa gara malkaa bu'uun dura sirna…
Oduu biyya keessaa Abbaa Gadaa Goobana Hoolaan keessuummoota Irreechaa kabajuuf argaman galateeffatan Tsehay Guluma Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Abbaan Gadaa Tuulamaa fi Barreessaan Abbootii Gadaa Oromoo Goobana Hoolaan keessummoota Ayyaana irreechaa kabajuuf argaman hunda Maqaa Ummataa Oromootiin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 817 gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) –lammiileen Itiyoophiyaa 817 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoonni hunduu dhiiroota yoo ta’an, kanneen keessaa 14 guddatoota…