Oduu biyya keessaa Bishooftuun keessummoota simaachaa jirti Tsehay Guluma Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Irreechaa Hora Harsadee guyyaa Boruu kabajamu sababeeffachuun keessummoonni gara Magaalaa Bishooftuutti kallattii hundaan seenaa jiru. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu gurmaa’insa Caasaa gandaa fi hojiilee misooma Aanaalee Godina… Tsehay Guluma Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu gurmaa’insa haaraa caasaa gandaa fi hojiilee misooma Aanaalee…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eegee bifa hawwataa ta’een xumurame – Aadde Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eegee bifa hawwataa ta’een kabajamee xumuramuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee bara 2017 nagaan xumurame – Poolisii Federaalaa Sifen Megersa Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee bara 2017 nagaan xumuramuu Poolisiin Federaalaa ibse. Ayyaanni hirmaattoota miiliyoonaan lakkaawwaman hirmaachise Horri…
Oduu biyya keessaa Godinichatti bara 2017 lafa hektaara kuma 500 ol jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame Tsehay Guluma Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Godina Jimmaatti bara 2017 lafa hektaara kuma 500 ol jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Godinicha sosochiin misooma Qamadiifi Baala…
Oduu biyya keessaa Hora Finfinnee; Ulfoo keessanitti ulfina Dachaa waan hortaniif Galatoomaa –Pireezidaanti Shimallis… Tsehay Guluma Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan hirmaattoota Irreechaa Hora Finfinnee galateeffataniiru. Guutuun ergaa isaanii akka…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 7ffaan har’a taphni Liiverpuul Kiristaal Paalaas, Arsenaal… Sifen Megersa Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 7ffaan har’a waaree boodaa eegaluun ni taphamu. Har’a waaree boodaa sa’aatii 8:30 eegalee Kiristaal…
Oduu biyya keessaa Yuuniversiitiin Goondar barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 ol eebbisiise Sifen Megersa Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Yuuniversiitiin Goondar barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 593 eebbisiiseera. Eebbifamtoonni kunneen sagantaa idilee, gannaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee kabajamaa jira Sifen Megersa Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee bara 2017 mata duree ‘Irreecha keenya, haaromsa Aadaa Keenyaaf’ jedhuun kabajamaa jira. Abbootiin Gadaa, Haadholiin…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa, Abbaan Malkaa, Abbaan Muudaafi Haadholiin Siinqee malkaa bu’uuf Mijuu… Sifen Megersa Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee bara 2017 sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Irreechi bara kanaa mata duree 'Irreechaa keenya haaromsa Aadaa…