Sirna Damaraa Masqalaa haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuun hojiitti galamuun eerame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa Masqalaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin duraa barbaachisaan xumuramuun hojiitti galamuu Gamtaan Qaamolee Nageenyaa beeksise.…