Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’an
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa'aniiru.
Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…