Sagantaan Nyaata Barsiisootaa barnootaaf caalmaatti xiyyeeffannoo akka kenninu nu taasise –…
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) –Magaalaa Shaggaritti Manneen Barnootaa Bu'ura Boruu eegalee hanga sadarkaa 2ffaatti Sagantaan Nyaata Barsiisootaa hojiirra ooleera.
Sagantaan kun eegaluun…