Oduu biyya keessaa Harar Magaalaa Jaalalaa!!! Sifen Megersa Mar 9, 2026 0 Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoof Magaalaa Hararitti simannaa ho’aan taasifameefi
Oduu biyya keessaa Pirojektiiwwan daandii komii kaasaa turan yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf hojjetamaa jira-… Ayana Dheressa Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Pirojektiiwwan daandii komii hawaasaa kaasaa turan yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Immirtaa daawwatan Sifen Megersa Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Immirtaa Magaalaa Dirre Dhawaatti ijaarame daawwataniiru Manni Kitaabaa Immirtaa galii…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uume – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) - Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uumeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Iddooleen…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Mirkaneessa qulqullinaa Naannawa Daldala Walabaa Dirre Dawaa bu’uureffate kennamaa… Yonatan Birhanu Mar 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2018 (FMC) - Tajaajilli mirkaneessa qulullinaa Naannawa Daldala Walabaa Dirre Dawaa fi Buufata lafarraa bu'uureffate kennamaa jira jedhan Ministiri Muummee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Mar 8, 2026 0 Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob Dirree dhaabbolee 10 of keessatti qabatee tajaajilawwan 73 ta'an lammiileef kennaa jira. Giddugalichi lakkooftuuwwan 96 maamiloota keessummeessan akka…
Oduu biyya keessaa Humnoonni Faayidaa Biyyaalessaa dabarsani kennuuf socho’an siyaasa Itiyoophiyaa keessaa qooda… Yonatan Birhanu Mar 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2018 (FMC) -Humnoonni Faayidaa Biyyaalessaa diinota biyyattiitti dabarsanii kennuuf socho'an siyaasa Itiyoophiyaa keessaa qooda argachuu hin qaban jedhan Dura…
Oduu biyya keessaa Misoomni Kooridarii Baadiyyaa jiruufi jireenya qonnaan bultootaa fooyyessaa jira- Dooktar Fitsum… Ayana Dheressa Mar 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2018 (FMC) – Misoomni Kooridarii Baadiyyaa jiruufi jireenya qonnaan bultootaa fooyyessaa jira jedhan Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum…
Oduu biyya keessaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaafi Guyyaa Dubartootaa Idil-addunyaa Ayana Dheressa Mar 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa wagga waggaan wayita guyyaan dubartootaa idil-addunyaa kabajamu balallii dubartootaan hogganamu taasisuun guyyicha…
Oduu biyya keessaa Guyyaan dubartootaa idil-addunyaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira Ayana Dheressa Mar 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2018 (FMC) – Guyyaan dubartootaa idil-addunyaa bara kanaa mata duree “Sagalee Dubartootaa Walqixxummaafi Itiyoophiyaa Badhaateef” jedhuun sagantaalee garaagaraan…