Oduu biyya keessaa Waliigaltichaan booda boqonnaa arganeerra-Jiraattoota Tsehay Guluma Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Waliigaltee Nageenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi WBO gidduutti taasifameen booda boqonnaa arganneerra jedhan jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa aanaalee…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Fuunca Sonaa Qamadii Doolaara miiliyoona 94.3 jalqabame Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Oromiyaatti Pirojektiin Fuunca Sonaa Qamadii Haala Qillensaa Dandamatu deeggersa Baankii Misooma Afriikaa Doolaara miliyoona 94.3’n jalqabsiifame.…
Oduu biyya keessaa Inistiitiyuutichi Olaantummaa sirna haqaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu beeksise Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO) olaantummaa sirna haqaa mirkaneessuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessii xaa’oo Biyyoo bara 2017/18 irratti mariin gaggeeffame Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Sochii dhiyeessii fi hojiilee fuulduree Xaa’oo Biyyee bara oomishaa 2017/18 irratti mariin gaggeeffameera. Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa Tumsaa ijoo Itiyoophiyaati jedhame Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Gamtaan Awurooppaa tumsaa ijoo misoomaa fi nageenyaa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Dhimma Alaa ibse. Jila Itiyoophiyaa Ministira Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Nageenyaa taasifame uummata tasgabbeesseera-Mana Marichaa Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti waliigalteen nageenyaa Mootummaa naannichaa fi qondaaltoota WBO giddutti taasifame ummataaf tasgabbii waaraa kan kennu ta'uu Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu-Biiricha Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii kan itti fufan ta’uu Biiroon Lafa Oromiyaa beeksise. Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Labsii Baankii Biyyaalessaa raggaasise Tsehay Guluma Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa qorachuun raggaasiseera. Manni Marichaa walga’ii Idilee 1ffaa har’a gaggeesseen…
Oduu biyya keessaa Afaaritti faayidaa Temiiriirraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Muddee 8, 2017 (FBC)-Naannoo Afaaritti oomishtummaa Temiirii babal’isuun faayidaa damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boru Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni raggaasisa Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga'ii idilee 11ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa boru gaggeessuun Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni…