Naannoon Sidaamaa sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 549’f dhiifama taasiise
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Naannoon Sidaamaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 549’f dhiifama taasiiseera.
Sirreeffamtoota dhiifamni taasiifameef…