Oromiyaatti sirni baniinsaa ajandaa walitti qabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaatti sirni baniinsaa ajandaa marii walitti qabuu gaggeessaa jira.
Naannichatti aanaalee 356 irraa bakka…