Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoota keessaa kumni 1 fi 14…
Fayyaa Barana dhiigni Yuunitiin kumni 350 ol walitti qabameera-Tajaajilicha Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Barana sadarkaa biyyaalessaatti dhiigni yuunitiin kumni 350 ol walitti qabamu Tajaajila Baankii Dhiigaa Itiyoophiyaa beeksise. Guyyaan arjooma dhiigaa…
Oduu biyya keessaa Luwiis Naannii fi Niwaankuu Kaanuun Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Luwiis Naannii fi Niwaankuu Kaanuun Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa waliin mari’atan. Marichaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Durfamu Magaalaa Walisootti hojiilee Misooma Daawwate Tsehay Guluma Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Walisootti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwateera. Jillichi…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa ittisa Kooviid keessatti tumsa taasiseen beekkamtii argate Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa weerara vaayirasii Koroonaa ittisuu keessatti hirmaannaa idil addunyaa taasifame keessatti gahee caaluu bahachuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii daran cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii sadarkaa caalutti ceesisuuf waliigalan. Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqesillaaseen Itti…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Beekumsaa Chaayinaa-Afrikaa-UNIDO tajaajilaaf banaa ta’e Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Giddugalli Beekumsaa Chaayinaa-Afrikaa-Dhaabbata Misooma Indaastirii Mootummoota Gamtoomanii (UNIDO) Magaalaa Finfinneetti ijaarame eebbifamuun…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen damee Geejjibarratti bobba’an tajaajila tola Ooltummarratti akka hirmaatan gaafataman Tsehay Guluma Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Qaamoleen damee Geejjibarratti bobba’an tajaajila tola Ooltummarratti hirmaachuun dirqamaa lammummaa akka bahatan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Idil Addunyaa Doonaald Tiraampi yaaliin ajjeechaa irratti raawwate waan ajaa’ibaa ta’uu dubbatan Sifen Megersa Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii fi kaadhimamaan Pireezidaamummaa ammaa Ameerikaa Doonaald Tiraampi yaaliin ajjeechaa irratti raawwate waan ajaa'ibaa ta'uu…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanu Juulaan Jila Loltummaa Moorookoo waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanu Juulaan Jila Loltummaa Moorookoo Meejer Jeneraal Aziiz Idiriisiin durfamu…