Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa miseensa BRICS irratti hirmaatte
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa biyyoota miseensa BRICS Raashiyaa Moskootti gaggeeffamerratti hirmaatte.
Walga’icharratti biyyoota miseens…