Fedhii dhiyyeessa oomishaalee beelladaa guutuuf hojjetamaa jira – Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Fedhii dhiyyeessa oomishaalee beelladaa hawaasni qabu guutuuf sagantaan biyyaalessaa qophaa’uun hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.…