Biiznasii Gurgurtaa qinxaaboo boba’arratti sirreeffamni taasifame Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Ministeerichi ibsaa FBC’f…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gama hundaan yeroo of eeggannoon barbaachisurratti argamti-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhimmoota hundagaleessaan yeroo of eeggannoon barbaachisurratti argamti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa FBC’n badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa fi haamileedha-Obbo Admaasuu Daamxoo Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa ta’uu fi kan haamilchiisuudha jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa FBC…
Oduu biyya keessaa Midiyaaleen dhugaarratti hundaa’uun kabajaa fi faayidaa biyyaaf gahee isaanii bahachuu qabu-Dooktar… Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Miidiyaaleen dhugaarratti hundaa’uun kabajaa fi faayidaa biyyaa eegsiisuu keessatti gahee isaanii bahachuu akka qaban Ministiirri Muummee Dooktar Abiy…
Ispoortii Oliveer Jiruud Garee Biyyaalessaa keessaa of baase Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Taphataan Garee Biyyaalessaa Faransaayii galchii hedduu lakkoofsisuun beekamu Oliveer Jiruud umrii waggaa 37ffaa isaatti garee biyyaalessaa keessaa of…
Oduu biyya keessaa FBC’n badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa fi haamileedha-Obbo Admaasuu Daamxoo Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet badhaafamuun hawaasaaf daran akka hojjennu amaanaa ta’uu fi kan haamilchiisuudha jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa FBC…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 1.2 ol irra Ruuziin facaafameera-BQO Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 1.2 irra Ruuzii facaafamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan Biiroo Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni mana maree gaaffile gandootaa kuma 127’rraa dhiyaatan dhaabbileef dhiyeessan Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana maree bakka bu’oot aummataa nannaawaa filaman dhaquun gandootaa kuma 127 fi 277 irraa gaaffilee walitti qaban dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Ce’umsa Baadiyyaa Itayyaa Birrii biiliyoona 2.2 ijaarame eebbifame Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Giddugalli Ce'umsa Baadiyyaa Itayyaa Birrii biiliyoona 2.2 oliin ijaarame eebbifame. Gareen Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara…
Oduu biyya keessaa Diinagdeen Itiyoophiyaa oomisha daldala alaa Doolaara biiliyoona 20 maddisiisuu akka danda’u eerame Debela Tadesse Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Diinagdeen Itiyoophiyaa oomisha daldala alaa Doolaara biiliyoona 20 maddisisuu akka danda’u eerameera. Raawwiin karoora 2016 dhaabbilee waamamtootaa…