Ispoortii Arsenaal galchii 2 fi 0n Astoon Viillaa injifate Sifen Megersa Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) –Tapha galgala kana sa'aatii 1:30 irraa jalqabee taphatameen Arsenaal galchii 2 fi 0n Astoon Viillaa injifateera. Trossard daqiiqaa 67' fi Tomas Partey…
Oduu biyya keessaa Goondar Kaabaatti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota10 darbe Sifen Megersa Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Godina Goondar Kaabaa Aanaa Xalamitiitti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota10 darbuu ibsame. Namoota 8 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen hundi Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa akka qaroo ija isaatti eeguu akka qabu ibsame Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Lammiileen hundi dhaabbata guddaa biyyaatti kan ta’ee Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa akka qaroo ijatti eeguu akka qaban ibsameera. Daandiin…
Ispoortii Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchiister Yuunaayitiid injifate Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har'a taphatameen Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchiister Yuunaayitiid injifateera. Daanii Weelbeek…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni yakka hannaa cimaan himataman addabbii cimaa hanga waggaa 70 adabaman Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni magaalaa Finfinnee iddoo garaagaraatti yakka hannaa irra deddeebiin raawwachuun himataman adabbii cimaa hanga 70 waggaa adabamaniiru.…
Idil Addunyaa Ameerikaan, Raashiyaarra qoqqoobbii yoo keessu, Yuukreeniif ammoo deeggarsa dabalataa kan taasiiftu… Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Ameerikaan, Raashiyaarra qoqqoobbii yoo keessu, Yuukreeniif ammoo deeggarsa dabalataa meeshaalee waraanaa kan taasiiftu ta’uu beeksifte.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyoophiyaa Qondaaltoota Poolisii marsaa 24ffaaf leenjisaa ture eebbisiise Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyoophiyaa Kaadhimamtoota Qondaaltoota Poolisii marsaa 24ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Komishinarri Komishinii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa gaggeessaa jira Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa'ii idilee 4ffaa waggaa 2ffaa gaggeessaa jira. Miseensonni Hojii raawwachiiftuu Mana Maree…
Fayyaa Hindi deeggarsa damee fayyaa Itiyoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksifte Sifen Megersa Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Hindii Aniil Kumaariin durfamu waliin mari’ataniiru. Dhimmoota…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan taphni har’a Maanchisteer Yuunaayitiid –… Sifen Megersa Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a Waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee ni tapahatamu. Taphni har’a Maanchisteer Yuunaayitiid…