Paartichi waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jira-Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Paartiiin Badhaadhinaa waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…