Itiyoophiyaan bara 2030tti facaatii HIV dhabamsiisuuf hojjetaa jirti – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan bara 2030tti facaatii HIV dhabamsiisuuf hojjetaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Bara 2027tti hamma nama dhibichaan qabamanii fi…