Ministeerichi baatiwwan Arfan darban galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 12 ol walitti qabuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Ministeerri Galiiwwani Baatiwwan Arfan daban galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 12 ol walitti qabuu beeksiseera.
Gamaaggamni raawwii karooraa…