Oduu biyya keessaa Guyyaan Turizimii Addunyaa Oromiyaatti kabajamaa jira Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa kan bara 2017 sadarkaa Oromiyaatti mata duree “Nageenyaa fi Turizimii” jedhuun Godina Arsiitti kabajamaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala Qilleensaa Aduu fi qalleensa’aa… Sifen Megersa Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala Qilleensaa Gogaa, Aduu fi qalleensa’aa ta’e kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga…
Idil Addunyaa Misaa’ela Ameerikaa fayyadamuun haleellaa Yuukreen Mooskorratti raawwatteef tarkaanfii haloo bahuu… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Misaa’ela fageenya dheeraa Ameerikaarraa argatte fayyadamuun haleellaa Yuukreen Mooskorratti raawwatteef tarkaanfii haloo bahuu kan fudhattu ta’uu…
Ispoortii Peep Gaardiyoolaan Kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigale Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigaluu ibsame. Lammiin Ispeen Ga’eessi Umrii waggaa 53…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa seenaa Magaalaa Goondariin gitan hojjetamaa jiru-Obbo Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Magaalaa Goondaritti hojiileen misoomaa seenaa magaalattii gitan saffisaan gaggeeffamaa jiraachuu Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee kamuu mariin furuun biyya cimtuu ijaaruuf gargaara- Mana Marichaa Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Rakkoolee kamuu mariin furuun biyya cimtuu ijaaruuf gargaara jechuun Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa ibse. Manni marichaa, marii…
Idil Addunyaa Yukireen misaa’ela Raashiyaatti dhukaaste Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Yuukireen misaa’ela fageenya dheeraa furguggifamu gara Raashiyaatti dhukaasuun gabaafame. Guyyaa har’aa yeroo jalqabaaf Yukireen misaa’ela fayyadamuun…
Biiznasii Yuuniyenichi Bunarraa galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jira Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Yuuniyeniin Kattaa Mudugaa Buna gabaa alaaf dhiheessuun galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Yuniyenichii yaa'ii isaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Itiyoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandiif ergaa baga gammadanii dabarse Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandii ta’uun kan Filataman Pireezidaanti Abdirrahmaan Mohaammad Abdillaahiin ergaa baga gammadanii…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Teelekoom tajaajila maxxansaa waraqa eenyummaa dijitaalaa eegale Debela Tadesse Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Itiyoo Teelekoom tajaajila maxxansa waraqaa eenyummaa dijitaalaa eegaluu beeksise. Tajaajilicha argachuufis maammiltoonni gaaffii maxxansa warqaa…