Fayyaa Dhiyeessa Qorichaalee Diijitaalome… Sifen Megersa Oct 18, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Tajaajilli Dhiyeessa Qorichaalee Itiyoophiyaa hojmaata isaa Diijitaalomseera jedhe Ministeerri Fayyaa. Tajaajilichi Yaa'ii waggaa 7ffaa cancala…
Oduu biyya keessaa Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha – Obbo Geetuu… Sifen Megersa Oct 18, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun.…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin karra galaanaa dhimma seenaan araaramuuti – hayyoota Sifen Megersa Oct 18, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Qananiif osoo hin taane, dhimma seenaan araaramuuti jedhan Hayyoonni. Karra galaanaa tasa dhabne yeroo ammaa xiyyeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Oct 18, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeessuu eegaleera. Waltajjichaan raawwii guyyoota 90 qorachuun…
Ispoortii Tapha darbii Landan har’a Fuulhaamii fi Arsenaal gidduutti taphatamu Sifen Megersa Oct 18, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi taphoota torbee 8ffaa har’a taphatamaniin falmiin darbii Landan Fuulhaam Arsenaal keessummeessu ni eegama. Dursaan…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira Sifen Megersa Oct 18, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira. Irreechi Malkaa Baaroo kun akkaataa duudhaa fi Safuu isaan eegeen magaalaa…
Oduu biyya keessaa Paarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 18, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Daawwannaa guyyaa jalqabaa Godina Baalee simboo qabeenya uumamaa harka namaan faayame nu agarsiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Fayyaa Naannichatti uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immanii guddisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Oct 17, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Naannoo Afaaritti uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa'immanii guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa naannichaa. Naannichatti raawwii…
Idil Addunyaa Sirni awwaalchaa Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Odiingaa raawwate Sifen Megersa Oct 17, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Sirni awwaalchaa Ministira Muummee duraanii fi gameessa siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaa raawwateera. Lammiileen Keeniyaa hedduun Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen anga’oota Koorporeeshinii Faayinaansii misooma idil Addunyaa Ameerikaa waliin… Sifen Megersa Oct 17, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Anga’oota olaanoo Koorporeeshinii Faayinaansii Misooma Idil Addunyaa Ameerikaa waliin…