Godina Koontaatti balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) –Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Koontaa Aanaa Amayaa ganda Careetti balaa Sigigaa lafaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu Poolisiin naannichaa…