Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaan Rikardii Haaraa galmeesse Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Atileet Yoomiif Qajeelchaan rikardii haaraa Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Addunyaa galmeesse. Atileet Yoomiif dorgommii Maaraatoonii Walakkaa…
Oduu biyya keessaa Gareen jila Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejiing Chaayinaa gale Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Gareen Jila Pirezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Fi Itti Gaafatamaa Giddugalaa Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraahiin…
Oduu biyya keessaa Qellem Wallaggaatti Irreechi Malkaa Qaallittii Gaallabuu kabajame Debela Tadesse Oct 27, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sayyootti Irreessi Malkaa Qaallittii Gaallabuu karaa duudhaa isaa eeggateen kabajameera. Sirnicharratti Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaan Itiyoophiyaan BRICS keessatti qabdu, guddina diinagdee isheef gumaacha olaanaa qaba… Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Hirmaannaan Itiyoophiyaan BRICS keessatti qabdu, guddina diinagdee isheef gumaacha olaanaa qabaachuu Itiyoophiyaatti Ambaassadarri Raashiyaa Eevgeenii…
Ispoortii Falmiin Eelkilaasikoo har’a halkan gaggeeffama Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Falmii jabaan Addunyaa Riyaal Maadridii fi Baarseloonaa walitti fidu Eelkilaasikoon har'a halkan sa'aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffama. Ga'umsi…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi bara kana Sanyii Qamadii fooyya’aa kuntaala kuma 3 Qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf… Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Giddu Galli Qorannoo Qonnaa Qulumsaa bara kana Sanyii Qamadii fooyya'aa kuntaala kuma 3 Qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.…
Biiznasii Paarkichi Zayita Avookadorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa alaaf dhiyeesse Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Paarkiin Indaastirii Agroo Giddugaleessaa Diillaa Zayita Avokaadoorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa Alaaf dhiyeessuu beeksise. Zayita Avookaadoo…
Fayyaa Baatiwwan sadan darban Agoobarri Miiliyoonni 2.2 raabsamuun ibsame Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC)-Baatiwwan sadan darban weerara dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 2.2 raabsamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Ministeerichi qorichaalee…
Biiznasii Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 kan hundaa’e Maanufaakcheriingiin Galiilaa hojii eegale Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) – Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 kan hundaa'e Maanufaakcheriingiin Galiilaa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti hojii eegaleera. Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan sadan darban ciminni hin haalamne akkuma jiran, harcaatiin heddu kan mul’atuudha… Tsehay Guluma Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Baatiwwan sadan darban ciminni hin haalamne akkuma jiran, harcaatiin heddu kan mul'atuudha jedhan Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…