Idil Addunyaa Jiibuutiitti namni vaayrasii koroonaan qabame argame Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Jiibuutiitti namni vaayrasii koroonaan qabame argamuu ibsame. Namni kun guyyoota 4 dura humna addaa Ispeenii gara biyyattii dhufe ta’uu…
Balballoommii fi yaada Manni maree manneen amantaa hordoftoota wangeelaa hundaa’e Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Manni maree manneen amantaa hordoftoota wangeelaa hundaa'e. Manni marichaa dhaabbilee amantaa hunda waliin ta'uudhan nageenyaa fi tokkummaa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti manneen daldalaa daballii gatii taasisan 22 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti manneen daldalaa daballii gatii taasisan 22 irratti tarkaanfiin fudhatame. Bulchiinsa magaalaa Jimmaatti manneen daldalaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti manneen Birrii miiliyoona 3.2 ijaarraman jiraattota harka qalleeyyii ta’aniif… Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Finfinneetti manneen Birrii miiliyoona 3.2 ijaarraman jiraattota harka qalleeyyii ta'aniif kennaman. Kutaan bulchiinsa magaalaa Yakkaa manneen Birrii…
Teeknooloojii Feesbuukiin hojiiwwan daldala gadi aanoo ta’aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 taasisuufi Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Feesbuukiin hojiiwwan daldala gadi aanoo ta’aniif deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 100 taasisuufi. Dhaabbatichi hojiiwwan daldalaa biyyoota…
Vaayrasiikoroonaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf fageenya ofii eeggachuu Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Ogeeyyiin yaalaa vaayrasii koroonaa ittisuuf harka dhiqachuu dabalatee tarkaanfiiwwan of eeggannoo taasisuun barbaachisaa ta'uu ibsu. Iddoolee…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Roobeetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasisanirratti tarkaanfiin… Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Roobeetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasisanirratti tarkaanfiin fudhatame. Vaayrasii koroonaa sababeeffachuudhan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee mankuusaa qorichaa 22 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Dhaabbilee mankuusaa qorichaa 22 irratti tarkaanfiin fudhatame. Bulchiinsa magaalaa Finfineetti dhaabbilee mankuusaa 230 irratti sakattoo tasaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan FDRI fi Kwaataar waliigaltee tumsa Doolaara miiliyoona 18 walii mallatteessan Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Mootummaan FDRI fi mootummaan Kwaataar waliigaltee tumsa Doolaara miiliyoona 18 walii mallatteessan. Waliigalticha kan mallatteesse Ministeera…