Kenniinsa Qormaataa Kutaa 6ffaafi 8ffaa irratti mariin hubannoo cimsuu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa Caamsaa 29, 2016 eegalee kennamu ilaachisee mariin hubannoo cimsuu magaalaa…