Idil Addunyaa Waggoota booda imala Roonaaldoo gara Ameerikaatti… Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Taphataa sarara fuulduraa Poolchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon tapha michoomaa gareen biyyaaleessaa Poorchuugaalii fi Ameerikaa taphataniif gara Ameerikaa…
Fayyaa Karaalee daddarbiinsaa fi maloota ittisaa dhibee vaayirsaii Maarbargi Yonatan Birhanu Nov 18, 2025 0 Finfinnee. Sadaasa 9, 2018(FMC) - Dhibeen vaayirasii Maarbargi (Marburg Virus Disease) dhibee dhiiga dhangalaasuu, qaama ho’isuu fi bifa weeraraan uumamu yoo ta’u, namaa fi beelladoota biroo…
Teeknooloojii Odeeffannoo sobaa Hubannoo Namtolchee of eeggannoo olaanaa barbaadu Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Dhaabbilee diijitaalaa addunyaa irratti argaman keessaa adda duree kan ta’e hoji gaggeessaan dhaabbata Google Sundar Piichaach invastimantii guddaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa magariisaa duudhaan kunuunsia bosona ture caalmaatti akka cimu gargaare Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Mootummaan hawaasa hirmaachisuun raawwataa jiru duudhaaleen kunuunsa bosonaa ture caalmaatti akka cimu gargaare jedhe…
Ispoortii Sudaan Kibbaa 1 – 4 Itiyoophiyaa Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan…
Biiznasii Godinichatti oomishni Barbaree kuntaalli kumni 500 ol walitti qabame Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Godina Harargee Lixaatti hanga ammaatti oomishni barbaree kuntaalli kumni 500 ol walitti qabame jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa. Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta’aniif hojiileen eegalaman cimanii itti fufu –… Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiilee damee hedduun eegalaman cimanii itti fufu jedhe Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa misooma qonnaan fakkeenya Afrikaa taasisuuf hojjetaa jirra – Obbo Addisuu Araggaa Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa misooma qonnaa itti fufiinsa qabuun fakkeenya Afrikaa taasisuuf hojjetaa jirra jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan ajandaawwan nama irratti xiyyeeffataniif dursa kennee hojjetaa jira – obbo… Yonatan Birhanu Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018(FMC) -Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa, mootummaan ajandaawwan nama irratti xyyeeffataniif xiyyeeffannaa addaa kennuun misooma hunda hammatu…
Oduu biyya keessaa Godinichatti facaasaan Qamadii jallisii Bonee eegalame Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Godina Arsiitti facaasaan Qamadii jallisii bonee eegalame jedhe Waajjirri Qonnaa godinchaa. Bara kana lafa heektaara kuma 300 fi kuma 60 ol Qamadii…