Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jul 19, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessuu eegaleera. Yaa'ichi ajandaalee sadii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan mirga abbaa-qabeenummaa karra galaanaa akka tasaa dhabde sarbamtee hin haftu Yonatan Birhanu Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018 (FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa mirga seeraa fi seena-qabeessa, akkasumas barbaachisummaa balbala ittiin baatuu fi galtu qabaachuu ishee kan…
Oduu biyya keessaa Misooma baadiyyaatiin hojiilee jireenya qonnaan bultootaa bal’isuu dandeessisan cimanii itti… Yonatan Birhanu Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC) - Misooma baadiyyaatiin ilaalcha qonnaan bulaa jijjiiruun jireenya ammayyaa akka jiraatuuf hojiileen hojjetaman cimanii itti fufuu akka qaban miseensonni…
Oduu biyya keessaa Lubbuu dhukkubsattoota onnee baraaruuf dhaabbaticha waliin hojjechuuf waliigalleerra-Kantiibaa… Yonatan Birhanu Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC) - Lubbuu dhukkubsattoota onnee baraaruuf Faawundeeshinii "Heart Attack Ethiopia " waliin hojjechuuf waliigalleerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin marii biyyaalessaa milkaa’inaan gaggeeffamaa jira- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Adoolessa 8, 2018 irraa eegalee yaa’iin marii biyyaalessaa milkaa’inaan gaggeeffamaa jira jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee isaa boru gaggeessa Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Adoolessa 12 fi 13, 2018 Galma Caffeetti ni gaggeessa. Afyaa'iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Komishinichi invastimantii Doolaara miiliyoona 750 ol hawwate Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Komishiniin Misooma Paarkiiwwanii Itiyoophiyaa bara baajataa 2018’tti invastimantii Doolaara miiliyoona 700 fi miiliyoona 50 ol hawwateera.…
Oduu biyya keessaa Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraayiin misoomarraa duubatti hambise- Obbo Geetaachoo Raddaa Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraayiin misoomarraa duubatti hambiseera jedhan Pireezidaantiin Paartii Diimookiraatawaa Simrat Tigraay obbo Geetaachoo…
Oduu biyya keessaa Kitaabilee naannawaa baadiyyaatti manneen barnootaa ammayyaa ijaaruuf oolan… Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kitaabilee Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuufi Mootummaa Ida’amuu jedhaman barreessuun dubbisaaf qaqqabsiisaniiru. Galii gurgurtaa…
Oduu biyya keessaa Gareen seeraan alaa ABUT humnoota shororkeessitootaa waliin ta’uun naannawicha jeequuf hojjechaa… Ayana Dheressa Jul 18, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT humnoota shororkeessitootaa waliin ta’uun naannawicha jeequuf hojjechaa jira jedhe Manni Maree Nageenyaafi Jijjiiramaa Tigraay.…