Oduu biyya keessaa Torbeen Tuuriizimii Oromiyaa gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)-Torbee Tuurizimii Oromiyaa har'a Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Sagantichi guyyoota 3’f kan turu yoo ta’u, waa’ee hambaalee aadaa fi hawwata…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hidhawwan naannawaa Gammoojjitti ijaaraman Horsiisee Bultoota fayyadamoo taasisaa jiru… Tsehay Guluma Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hidhawwan xixiqqaa fi giddugaleessa naannawaa gammoojjitti ijaaramaa jiran Horsiisee Bultoota misooma jallisiin fayyadamoo taasisaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Naannoo Afaaritti waltajjii Marii ajandaa walitti qabuu eegale Tsehay Guluma Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Komishininiin Marii Biyyaalessaa Naannoo Afaaritti waltajjii marii ajandaa walitti qabuu Magaalaa Samaaraatti eegaleera. Waltajjicharratti kutaaleen…
Ispoortii Morkiin Arsenaal PSG waliin taasisu ni eegama Debela Tadesse Oct 1, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Tapha Shaampiyoonsi Liigiin Awurooppaa marsaa 2ffaa har’a gaggeeffamuun morkiin Arsenaal Kilaba Faransaay PSG waliin taasisu hawwii olaanaan eegama.…
Oduu biyya keessaa Haalli waqtaawaa Libaanositti mudate nageenya lammiilee Itiyoophiyaarra rakkoo akka hin qaqqabsiifne… Sifen Megersa Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Haalli waqtaawaa Libaanositti mudate nageenya lammiilee Itiyoophiyaarra rakkoo akka hin qaqqabsiifne itti dhiyeenyaan hordoffiin taasiifamaa jiraachuu…
Idil Addunyaa FIFAn Saamu’eel Ettoo adabe Sifen Megersa Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Koreen Namuusaa Federeeshinii Waldaa Kubbaa Miilaa Idil-addunyaa Pireezidaantii Waldaa Kubbaa Miilaa Kaameeruun Saamu’eel Ettoo adabe. Taphataa urjiin…
Oduu biyya keessaa Maqalee 70 Indartaan Qiddus Giyoorgis injifate Sifen Megersa Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaa har’a taphatameen Maqalee 70 Indartaan galchii 1 fi 0n Qiddus Giyoorgis injifateera. Tapha har’a…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramaa as riifoormiin dhaabbilee nageenyarratti gaggeeffame bu’aa argamsiise – Obbo Adam… Sifen Megersa Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Jijjiiramaa as riifoormiin xiyyeeffannoo addaan dhaabbilee nageenyarratti gaggeeffame bu’aa argamsiisuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Biiznasii Dhaabbanni Oomniipool Xiyyaara L 410 – NG jedhamu Itiyoophiyaaf dhiyeessuufi jedhame Sifen Megersa Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Dhaabbata Riippaablika Cheek kan ta’e Oomniipool Xiyyaara L 410 – NG jedhamu Itiyoophiyaaf dhiyeessuuf ta’uu ibsameera. Xiyyaarri kun namoota 19 fe’uu…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech sadarkaa hojiilee misooma kooriidarii fi deebisanii misoomsuu hojjetamaa jiran… Debela Tadesse Sep 30, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma kooriidariin terminaalota Taaksii fi Awutoobisoota, Paarkiiwwan…