Itiyoophiyaafi Azarbaajaan adeemsa ijaarsa sirna haqaarratti qindoominaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) –Itiyoophiyaafi Azarbaajaan adeemsa ijaarsa sirna haqaafi dhimmoota seeraarratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Jilli Ministir Deetaa Ministeera…