Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni kumni 16 ni bobbaafamu-Waldicha
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni tola ooltonni kumni 16 kan bobbaafaman ta’uu Waldaan Dargaggootaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…