Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan ijaaraman fayyadamtotaaf…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan Birrii miiliyoona 541 oliin ijaaraman fayyadamtotaaf dabarfamaniiru.…