Jilli Obbo Addisuu Araggaan durfamu Aanaa Boosatitti misooma Atoo Boonsituu fi Boloqqee daawwate
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qindeessaa kilaastera baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Godina Shawaa Bahaa…