Itiyoophiyaan dhaabbilee Faayinaansii idil addunyaa ijoo waliin tumsa tarsiimawaa qabdu ni cimsiti-…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan dhaabbilee Faayinaansii idil addunyaa ijoo waliin tumsa tarsiimawaa qabdu ni cimsiti jedhan Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee…