Ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)– Inisheetivoota babal'isuu fi idileessuu dabalatee ogummaa babal’isuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamuu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa…