Gareen Idil Addunyaa tajaajila yaala bilisaa kennu marsaan jalqabaa Itiyoophiyaa seene
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Gareen Idil Addunyaa Waqtii Gannaa tajaajila yaala fayyaa bilisaa kennu marsaan jalqabaa Itiyoophiyaa seeneera.
Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa Idil…