Jimmaatti hojiileen qulqulina barnootaa mirkaneessuu bu’aa argamsiisaa jirachuun himame
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Godina Jimmaatti qulqullina batnootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjatamaa jiran bu'aa argamsiisaa jirachuun himame.
Godinichatti konfiransiin barnootaa…