Aanaa Calliyaatti Pirojektonni Birrii miiliyoona 137’n ijaaramaa turan eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Calliyaatti pirojektoonni fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan Birrii miiliyoona 137 oliin ijaaramaa turan eebbifamaniiru.…