Oduu biyya keessaa Fooramiin Irreechaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 3, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) - Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Harsadee sababeeffachuun fooramiin Irreechaa 7ffaan magaalaa Bishooftuuttutti taa'amaa jira.…
Waajabila Faanaa Dubartootaa fi kabaja ayyaana Irreechaa… Sifen Megersa Oct 3, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2018 (FMC) - Kabaja ayyaana Irreechaa keessatti iddoon dubartoottni qaban olaanaa akka ta’e himama. Ayyaanni irreechaa dudhaalee sirna Gadaa keessaa tokkodha.…
Oduu biyya keessaa Irreecha bara kanaa akkaataa tokkummaa fi obbolummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophoofne –… Sifen Megersa Oct 3, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) –Irreecha bara 2018 akkaataa tokkummaa fi obbolummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophoofne jedhan jiraattoota Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu. Irreechi bara…
Oduu biyya keessaa Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa Manneen Maree lamaanii Wiixata dhufu gaggeeffama Sifen Megersa Oct 3, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) – Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa fi Mana Maree Federeeshinii Fulbaana 26, 2018 Wiixata dhufu gaggeeffama.…
Oduu biyya keessaa Daangootee Giruuppi Afrikaa Afrikaanotatu misoomsa jedhee amana- Aliikoo Daangootee Ayana Dheressa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Daangootee Giruuppi Afrikaa Afrikaanotatu misoomsa jedhee amana jedhan Hundeessaafi Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daangootee Giruuppi Aliikoo Daangooteen.…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina Itiyoophiyaa osoo hin mirkaneessiin aara hin galfannu- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaadhina Itiyoophiyaa osoo hin mirkaneessiin aara hin galfannu jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Dorgommii Bareedduu Tuuriizimii Oromiyaa 5ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Sagantaan Dorgommii Bareedduu Tuuriizimii Oromiyaa 5ffaan Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffamaa jira. Saganticha Komiishiniin Tuuriizimii…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon milkaa’inoota hundaa bayyanachuu Itiyoophiyaa dhugoomsuudha- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaayyoon milkaa’inoota hundaa bayyanachuu Itiyoophiyaa dhugoomsuudha jedhan. Ministirri Muummee Dooktar…
Fayyaa Itiyoophiyaan mirkaneessa ga’umsaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa sadarkaa 3ffaa milkeessuun faayidaa… Ayana Dheressa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan mirkaneessa ga’umsaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa sadarkaa 3ffaa (Maturity Level 3) milkeessuun faayidaa hedduu qaba jedhame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan xiyyeeffannoo misooma namaaf kenniteen bu’uura badhaadhina gama maraa keesseetti- Obbo… Ayana Dheressa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Itiyoophiyaan xiyyeeffannoo misooma namaaf kenniteen bu’uura badhaadhina gama maraa…