Oduu biyya keessaa Sadarkaa ijaarsa pirojektii jallisii Laga Qexoo daawwatame Debela Tadesse Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti sadarkaa raawwii Pirojektii Jallisii Laga Qexoo Birrii Biiliyoona 1.5 oliin ijaaramaa jiru koree sadarkaa Federaalaafi…
Teeknooloojii Kooriyaan Kibbaa Saatalaayitii Basaasaa waraanaa 2ffaa furgugsite Sifen Megersa Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Saatalaayitii Basaasaa waraanaa 2ffaa Giddugala Hawaa Ameerikaa bulchiinsa Filooriidaa milkiin furgugsuu Raayyaan Ittisaa Biyyattii…
Idil Addunyaa Buufanni Niwukilaraa Zapoorizhiyaa haleelamuun yaaddoo hammeesse Debela Tadesse Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Haleellaan Diroonii Buufata niwuukilaarii Yukireen Zappoorizhiyaa irratti raawwatame balaa niwukilaaraa cimaa ta'uu akka danda'u Dhaabbannii Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Obbo Malaakuu Allebal Komishinara Komishinii Daldalaa fi Indaastirii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal Komishinara Komishiinii Daldalaa fi Indaastirii Gamtaa Afrikaa Albarti Muchaan waliin…
Oduu biyya keessaa Aanaa Daallee Sadiitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee Sadiitti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 yoo darbu, namoota 4 irraa miidhaa Cimaa fi 8 irra ammoo…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan Dooktar Abiy Ruwaandaatti taasisan hariiroo Itiyoophiyaan biyyattii waliin qabdu kan… Debela Tadesse Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Daawwannaan Dooktar Abiy Ahimad Ruwaandaatti taasisan hariiroo Itioophiuaan biyyattii waliin qabdu daran kan cimsuu ta’uu Itti Gaafatamtuun Pirees…
Oduu biyya keessaa Hiriirri Jijjiirama akka biyyaatti argame tumsu Aanaalee Godina Walloo Kibbaa, Kaabaa, Goondar… Sifen Megersa Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Hiriirri Jijjiirama akka biyyaatti argame tumsu Aanaalee Godina Walloo Kibbaa, Kaabaa, Goondar Kaabaa fi Shawaa Kaabaatti gaggeeffameera. Walloo…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa ergaa baga geessanii dabarse Debela Tadesse Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Ayyaana Iid Alfaxir bara Hijraa 1445ffaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarseera. Ji’i Ramadaanaa ji'a…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni “Start Up Ethiopia” baname Debela Tadesse Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Agarsiisni "Start Up Ethiopia” dargaggoonni 900 ol irratti hirmataan Golambaa Saayinsiitti banameera. Agarsiisa torbanoota sadiif turu kanarratti,…
Idil Addunyaa Moozaambikitti Bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 90 darbe Sifen Megersa Apr 8, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Kutaa Kaaba Moozaambiikitti Bidiruun dhidhimuun daa'imman dabalatee lubbuun namoota 90 darbuun ibsameera. Bidiruun kun bulchiinsa Naampuulitii…